Ahmad Kan Awal

Ahmad Kan Awal

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ahmad Kan Awal, Comedian, Al Amarat, Masqaţ.

12/02/2023
Photos from Raayyaa Abbaamacca's post 04/12/2022
30/11/2022
Photos from Khadija Ahmed's post 09/09/2022
08/09/2022

Godina Shawaa Lixaa aanaa Ilfataatti loltoonni mootummaa dubartii ulfaa gudeedanii lubbuu dabarsuu jiraattonni himan.

Jiraattonni OMNf yaada kennan, ganda Somboo Cittuu keessatti dubartii ulfa ji’a 7 dabareen itti dabranii gudeedanii jedhan.

Haati ulfaa kun hubaatii irra gaheen hospitaala osoo hin gahin lubbuun darbuu jiraattonni himaniiru.

Gandoota baay’ee keessatti dubartoonni manaa bahanii manatti nagaan deebi’uu hin danda'an jedhan.

Odeeffannoo dabalataa hidha kanaa gadiin argattu
https://omnglobal.com/or/15714/

01/09/2022
28/08/2022
27/08/2022

Waraanni Bilisummaa Oromoo Cibraan Soddoom Boroo humnoota mootummaa irraan hubaatii cimaa geessisuu maddeen keenya waraanaa himan.

Maddeen keenya waraanaa akka jedhanitti, godina Gujii Bahaa aanaa Gumii Eldallootti Cibraan Soddoom Boroo fi humnoonni mootummaa kaleessa walwaraanaa turan.

Walwaraansa kanaan loltoonni mootummaa hedduun ajjeefamuu fi madaa'uu himaniiru.

Kana malees meeshaalee waraanaa hedduun WBOn booji'uu ibsaniiru.

Jiraattonni walwaraansi cimaan naannicha akka ture mirkaneeasaniiru.

Walwaraansa kana ilaalchisuun mootummaan hanga ammaa waan jedhe hin qabu.

Haata'uutii garuu guyyoottaniin dura aangawoonni mootummaa garaagaraa Waraanni Bilisummaa Oromoo mancaafamaa akka jiru dubbachuun isaanii ni yaadatama.

Odeeffannoo dabalataa hidha kanaa gadiin argattu
https://omnglobal.com/or/15157/

26/08/2022

As wr wb akami ngy fayadha

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Masqaţ?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address

Al Amarat
Masqaţ
Other Masqaţ public figures (show all)
TÕÑÏ DÉÑG ÇHÃÑY JÕÇK TÕÑÏ DÉÑG ÇHÃÑY JÕÇK
Al Amarat
Masqaţ

Business young management Toni d gattogoah

Md.Razon Md.Razon
Barka'
Masqaţ

_kingfirst_ _kingfirst_
Al Khawd
Masqaţ

jiboner Golpo jiboner Golpo
As Samad
Masqaţ

আল্লাহর উপর ভরসা রাখুন সব ঠিক হয়ে যাবে হজরত মোহাম্মদ সাঃ আল্লাহর রাসুল

Hinta Jesica Phan Hinta Jesica Phan
Muscat, Ghubrah
Masqaţ

Balochi Dunya Balochi Dunya
Azaiba
Masqaţ

I interested video shooting and making I love lovly thanks

Riday Khan page Riday Khan page
Oman Masqat
Masqat, 160

নিজ নিজ অবস্থান থেকে খুশি থাকুন হয়তো আপনি যতটুকু পেয়েছেন অন্য কারো কাছে তা স্বপ্ন..�

Mazh0e Mazh0e
Ghubra, Ghubrah
Masqaţ

Imran arfin Imran arfin
Al Khawd
Masqaţ

Allows smile i's happy life..... Don't worry